Jiila Pireezidaantii mana maree waliigalaa dhimmoota islaamummaa Itoophiyaa Dr kabajaa Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaatiin durfamuuf simannaan taasifame.

Jiila Pireezidaantii mana maree waliigalaa dhimmoota islaamummaa Itoophiyaa Dr kabajaa Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaatiin durfamuuf simannaan taasifame. Jiila Pireezidaantii mana maree waliigalaa dhimmoota islaamummaa Itoophiyaa Dr kabajaa Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaatiin durfamu turtii isaanii morookoo ture haala gaariin tumuranii dhufuu isaaniitiif Waajjira mana marichaatti simannaan baga nagaan galtanii godhameefii jira. Jiilli kunis faawudeeshinii Mootii Morookoo...

Itiyoophiyaan Koorniyàa lamaaniin Sadarkaa 2ffaan goolabuun badhaasa qarshii Miiliyoonaa 22 argatte .

Itiyoophiyaan Koorniyàa lamaaniin Sadarkaa 2ffaan goolabuun badhaasa qarshii Miiliyoonaa 22 argatte . Dorgommii Manneen Barnootaa Paan Afrikaanizimii Ugaandaatti dorgomameen qopheessituun dorgommichaa Ugaandaan rukuttaa Peenaalitii 3-1 injifachuun Shaampiyoonaa yoo taatu , Itiyoophiyaan Sadarkaa 2ffaan goolabde . Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa bakka bu’uun hirmaate Koorniyaa lamaaniinu Sadarkaa 2ffaan goolabuun taate bara 2015 irra deebi’eera . Naannoon Oromiyaa...

Itiyoophiyaan invastimantii abbootii qabeenyaa alaaf mijataa ta’e uumteetti

Itiyoophiyaan invastimantii abbootii qabeenyaa alaaf mijataa ta’e uumteetti- Dooktar Ambaasaaddar Jamaal Bakar *************** Itiyoophiyaan riifoormii diinagdee mandhalee gaggeessuun invastimantii abbootii qabeenyaa alaaf mijataa ta’e uumteetti jedhan Emereetota Araba Gamtoomaniitti Ergamaa Addaafi Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dooktar Jamaal Bakar. Dooktar Ambaasaaddar Jamaal Bakar Hundeessaafi abbaa qabeenyaa Dhaabbata Invastimanti Giruuppii SBK Dooktar Sheek Sulxaan Biin Kaliifaa Biin Zaayid Alnaahiyaan...