Hojiin lakkoofsa faayidaa lakkoofsa herrega maamiltootaa baankiilee hunda waliin walqabsiisuu jalqabame
Hojiin lakkoofsa faayidaa lakkoofsa herrega maamiltootaa baankiilee hunda waliin walqabsiisuu jalqabame ************* Baankiin Biyyaalessaa hojii waraqaa eenyummaa dijitaalaa ‘Faayidaa’ baankiilee hundatti lakkoofsa herrega maamiltootaa waliin walitti hidhuu ifatti jalqabiise. Hojiin sirna odeeffannoo walsimsiisuun walitti hidhuu kun maamiltoonni iddoma jiran taa’aanii haala nageenyummaansaa eegameen maallaqa akka daddabarsan kan gargaaruudha. Dabalataanis sanada sobaatiin qaamoleen biroo...




