Makkah Buufata Hawaa Idil-addunyaa irraa irraa gadi fudhatame waan nama hawwatu.
Kun mul’ata ajaa’ibaa masjiida guddichaa Masjid al-Haram, Makkah Buufata Hawaa Idil-addunyaa irraa irraa gadi fudhatame waan nama hawwatu. ‘Astronaut’n NASA Don Pettit jedhamu suuraa kana dachee irraa ol fageenya kiilomeetira 400 irraa akka kaase ibsee karaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaa X (kan duraan Twitter jedhamaa ture) irratti maxxanse. “Mul’ata Makkaa, Sa’uudii Arabiyaa. Bakki ifaan giddu...






