Ahmed Al Ahmed eennu ?
Miidiyaaleen Awustiraaliyaa nama ganna 43 Ahmed al Ahmed nama jedhamu, goota dhukaastoota Bondi Beach ubbuu isaa balaaf saaxilee namicha irraa qawwee butee lubbuun nama dabalataa akka hin badne taasise ta’uu mirkaneessaniiru. inni Ergasii hospitaala geeffame. Dubrii isa akka gabaasetti “Ahmed Al Ahmed Abbaa ijoollee lamaa yoo tahu, Sutherland keessatti mana fuduraa qaba, inni kun muuxannoo...






