Haadha gootaa

Haati goota kanaa Ahmed Fateh Al-Ahmed,  ilmi ishee ”yeroo hunda ija jabaa fii goota ture” jetteetti. Gaaffii fi deebii ABC News waliin taasisaniin Malakeh Hasan Al-Ahmed akka jedhanitti, “Ilmi koo namoota gargaaraa turuu isaatiin nan boona. Lubbuu, lubbuu baraare. Rabbiin waan gaarii hojjeteef isa eega. Ilmi koo yeroo hunda ija jabaa ture, nama gargaara, inni...