“Addunyaan kun December 25 keessa baddi” jedhaa ture.

مَّا كَانَ مُحَمَّدٌ أَبَآ أَحَدٖ مِّن رِّجَالِكُمۡ وَلَٰكِن رَّسُولَ ٱللَّهِ وَخَاتَمَ ٱلنَّبِيِّـۧنَۗ وَكَانَ ٱللَّهُ بِكُلِّ شَيۡءٍ عَلِيمٗا

Muhammad dhiirota keessan irraa abbaa nama tokkoos hin taane. Garuu inni ergamaa Rabbiitiifi xumura .nabiyyootaati. Rabbiin waan hunda beekaa ta’eera
Namichi Kun Ebo Nuh jedhama Lammii biyya Ghana 🇬🇭 yemmuu ta’u “Ani Nabiyyiidha” ofiin jedha!
December 25tti Addunyaan kun waan badduuf Akkaataa waaqni na ajajeen hundi keessan akka hin badneef akkuma ummata Nuuh Doonii ani hojjadhe kanatti osoo yeroon isin jalaa hin dhumin galaatii of baraaraa” jechuudhaan waamicha godhaa ture!
Haasawa isaa kanaan namootni hedduun kan jeeqaman yemmuu ta’u boodarra Poolisiin biyyattii namicha kana too’annoo seeraa jela oolcheera!
Polisiin biyyattii sababa nama kana qabeef yeroo himu ” Oduu sobaa facaafteetta” kan jedhudha😂
Nejash Oli Habib

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*