Itiyoophiyaan Koorniyàa lamaaniin Sadarkaa 2ffaan goolabuun badhaasa qarshii Miiliyoonaa 22 argatte .

Itiyoophiyaan Koorniyàa lamaaniin Sadarkaa 2ffaan goolabuun badhaasa qarshii Miiliyoonaa 22 argatte . Dorgommii Manneen Barnootaa Paan Afrikaanizimii Ugaandaatti dorgomameen qopheessituun dorgommichaa Ugaandaan rukuttaa Peenaalitii 3-1 injifachuun Shaampiyoonaa yoo taatu , Itiyoophiyaan Sadarkaa 2ffaan goolabde . Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa bakka bu’uun hirmaate Koorniyaa lamaaniinu Sadarkaa 2ffaan goolabuun taate bara 2015 irra deebi’eera . Naannoon Oromiyaa...