Itiyoophiyaan Koorniyàa lamaaniin Sadarkaa 2ffaan goolabuun badhaasa qarshii Miiliyoonaa 22 argatte .
Dorgommii Manneen Barnootaa Paan Afrikaanizimii Ugaandaatti dorgomameen qopheessituun dorgommichaa Ugaandaan rukuttaa Peenaalitii 3-1 injifachuun Shaampiyoonaa yoo taatu , Itiyoophiyaan Sadarkaa 2ffaan goolabde .
Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa bakka bu’uun hirmaate Koorniyaa lamaaniinu Sadarkaa 2ffaan goolabuun taate bara 2015 irra deebi’eera .
Naannoon Oromiyaa walitti aansuun waggoota sadiif biyya bakka bu’uun Waltajjii Sadarkaa Afrikaa kanaaf dhiyaachuu isaati.
Madda: Oromia Football Federation

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*